#Family & Friends
Target:
1000
Region:
GLOBAL

Family is forever. Please support Anwar's family to be reunited and for their relationships to stay strong right through.
******************************************************************************************************
Anwar Ahmed Osman fi Fa'eza Mohammed Siraj kan gama biyya Norway kan dhufan bara 2000 yoo ta'u, Ilmaan Sadii (3) qaban. Maqaan imaan isaanii 1. Hanan Anwar Ahmed umrii 12 2. Nura Anwar Ahmed umrii 6 & 3. Maruf Anwar Ahmed umrii 3. Baatii Onkololeessa keessa sababaa intalti waggaa 12 Hanan maatii koo " na tume " jedhuun mana barumsaatti dubbatteef, guyyaa san irraa joollee Sadeenuu mootummaan Norway waan fuudhanii maatii irraa adda baasan. Guyyaa san irraa kaasee maatii fi joolleen adda bahanii yaaddoodhaan rakkoo keessa jiran.

Maatii joollee immoo Mana murtii waan dhaabuuf deemamuuf , maatiin kuni jollee ofii jibbuu osoo hin taane wal hubannaa dhabuu irraa kan ka'e haalli fokkotaan kuni irratti raawwatame. Kanaafuu namoonni maatii, joollee qabdan murtiin kuni qajeeleefii hubannaa gaariidhaan joollee fi maatii akka wal argan, akkasuma murtiin kuni akka irraa laaffatu mallattoo nomoota 1000 barbaadama. Yaboo jolleen haadha fi abbaa malee hin tolanii akka dhimma kana gargaarru kabajaan isin gaafanna. Mallattoon kuni abbaa murtiif dhihaata.

Mallattoo gargaarsa maatii kanaa akka ilmaaniin walitti deebi'anii jiruu gammachuu joollee isaanii waliin jiraatan iyyaa iyya waliif dabarsaa mallattoo 1000 akka argatan waliif dabarsaa.

GoPetition respects your privacy.

The Family is forever. Please Support Anwar's family. petition to 1000 was written by Family is Forever and is in the category Family & Friends at GoPetition.